Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
taphachiisuu go.
taphachiisuu go.
GAO
Hiika
1 . akka hinmukoofneef (hinmuusofneeef) nama dudubbachiisuu. 2. gareen ispoortii lamaan akka waliin morkatan gochuu; Hardha
eenyutu kubbaa taphachiisaa? 3. daa'imni akka hinboonyeef sossobuu; Amman dhututti mucaa kana naaf taphachiisi.
Sponsors