Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
Randoo
GAO

"randa" ilaalaa.

raqa ma.
GAO

1. reeffa horii du'ee, keessumattuu eega bakkeetti gatamee booda kan fooliin ajaawu. 2. waan akka re...

raqa raqa jechuu go.
GAO

akka raqaa ajaawuu, xiraawuu; Afaan isaa raqa raqa jedha; Dubbiin kee raqa raga jedha!

raqraqa ma.
GAO

1.dhowaa yookiin baqaqaa kan akka birilleefi burcuqqoo irratti mul'atu. 2. lafa jijjiidhaa laga qarq...

raqraquu go.
GAO

dhowuu, baqaquu.

rarachuu go.
GAO

1. mi'a wal duraa duubaan naquu; Foon jaji'ii raradhu. 2. mi'a ofii raroodhaan marachuu yookiin xaxa...

raramuu go.
GAO

dugdatti raroon uffifamuu, keessumattuu horii uffifamuu, keessumattuu horii fe'umsaa yookiin yaabbii...

raroo ma.
GAO

1.gogaa hoolaa kan irra taa'a yookiin dugda horii irratti ba'aa itti fe'an. 2. gogaa hoolaa yookiin ...

rarra'aa ad.
GAO

kan rarra'u, kan fannootti jiru.

rarra'uu go.
GAO

1. (namni yookiin wanti biraa) gubbaadhaa wayiin qabamanii yookiin waa qabatanii lafa hanqatanii  q...

rarraafachuu go.
GAO

1. Lafa hanqisanii baachuu; Ba'aa rarraafatee deema. 2. mi'a ofii wayitti fannisuu; Mana yammuu seen...

rarraasuu go.
GAO

1 . akka rarra'u gochuu. 2. dubbii murtee irraan utuu hingayin dhiisuu; Dubbii rarraasuu.

rarraatoo ma.
GAO

teepha yookiin funyoo mi'a ittiin rarraasan; Rarraatoo gaaguraa hiiteeti kanniisni bade.

rasamuu go.
GAO

1. olii gadi yookiin asiifi achi sosochoofamuu. 2. gaddi namatti dhaga'amuu;Mucaan haati irraa duute...

rawa'achiisuu go.
GAO

1. akka raaw'atu gochuu; Hojii kana sittin dhiisee deemaa naa rawachiisi. 2. lubbuu keessaa baasuu y...

reebamuu go.
GAO

lafti kanaan dura hinqotamin baqaqtamuu, garagalfamuu.

reebbachuu 1 go.
GAO

1.waan ofii, keessumattuu mucaa ofii rukuttaadhaan adachuu; Hucu kee kana reebbachuu baannaan amala ...

reebbachuu 2 go.
GAO

tapha kisaaraa yookiin qumaaraa keessatti abbaan nyaatame horii isaa falmachuu; Horii kee maaliif ny...

reebi'uu 1 go.
GAO

rukuchiisuu, dhaansisuu.

reebicha 1 ma.
GAO

rukuttaa, gocha reebuu; Haati manaa isaa reebicha isaa dadhabdee biraa sokkite.

Sponsors