rarra'uu go.

GAO

Hiika

1. (namni yookiin wanti biraa) gubbaadhaa wayiin qabamanii yookiin waa qabatanii lafa hanqatanii  qilleensa irratti hafuu, ifamuu. 2. murtee irra hingayin yaadi ofii giddu ta'uu; Dubbiin rarra'aa garaa nama nyaata.
Sponsors