Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
rawa'achiisuu go.
rawa'achiisuu go.
GAO
Hiika
1. akka raaw'atu gochuu; Hojii kana sittin dhiisee deemaa naa rawachiisi. 2. lubbuu keessaa baasuu yookiin ajjeesuu; Silaawoo eeboodhaan na waraanteettaa kottuu na raawachiisi.
Sponsors