Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
raqa ma.
raqa ma.
GAO
Hiika
1. reeffa horii du'ee, keessumattuu eega bakkeetti gatamee booda kan fooliin ajaawu. 2. waan akka reeffa horii du'ee gatamee ajaawu; Miilli isaa yammuu kophee keessaa bawu raqa raqa jedha!
Sponsors