mi'a midhaan keessaa habaqii ittiin baasan, mi'a marga goge ittiin walitti qaban; Qoorbiidhaan baaqe...
waanti jiidha qabu waan o'uun karkarsamee jiidhi isaa keessaa bawuu; Bullukkoon ganna miicame dafee ...
1. siree mi'a irraa keewwatan yookiin siree handaaqqoo; Biqila qooxii irratti rafe. 2. siree dheer...
1. waan ta'e hojjechuuf gumaa'a yookiin qixaa'a; Waanti qophaa'a bade qixaa'a bada. 2. of ga'a; Qoph...
1.waan ta'e hojjechuuf gumaa'uu;Ganna bawuuf bona qophaa'uu barbaachisa. 2. qixaa'anii eeguu, of ga'...