qooxii ma.

GAO

Hiika

1. siree mi'a irraa keewwatan yookiin siree handaaqqoo; Biqila qooxii irratti rafe. 2. sireeĀ  dheeraa dheeraa irra taa'anii simbira midhaan irraa eegan; Mishingaan erga asheetee simbira eeguuf qooxii ijaarrate.
Sponsors