qophaa'uu go.

GAO

Hiika

1.waan ta'e hojjechuuf gumaa'uu;Ganna bawuuf bona qophaa'uu barbaachisa. 2. qixaa'anii eeguu, of ga'uu; Galgala qophaa'uun ganamaaf tola. 3. sonaa'uu; Galaan warra du'a deemuuf qophaa'e.
Sponsors