qophaa'a ma.

GAO

Hiika

1. waan ta'e hojjechuuf gumaa'a yookiin qixaa'a; Waanti qophaa'a bade qixaa'a bada. 2. of ga'a; Qophaa'a yeroodhaan waan calqabeef barana cidha baafata. 3. sirriitti hojjetama; Lafti qophaa'a bade aramaa godhata.
Sponsors