Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
qaccee ma.
GAO

1. funyoo yeroo qonnaa qotiyyoota ittii oofan 2. hidda dhalootaa yookiin sanyii.

qacceeloo
GAO

"qajeeltuu" ilaalaa.

qadaadaa.
GAO

cufaa okolee, xuwwee, w.k.f.,,kan al tokko tok.ko bishaan, farsoo, w.k.f. ittiin dhugan. qadaada jil...

qadaadamuu go.
GAO

1. qadaadaan cufamuu. 2. akka hinmul'anne ta'uu; Dubbiin qadaadameera.

qadaadchisuu go.
GAO

akka qadaadu gochuu.

qadaaddoo
GAO

"qadaadan ilaalaa. qadaaduu go. waanta banaa ta'e w-aan tokkoon cufuu, dhoksuu, akka hinmul'anne goc...

qadada
GAO

"qadaada" ilaalaa.

Qadaddachuu go.
GAO

1. qadaadaan cufachuu. 2. akka hinmul'anne gochuu, dhoffachuu; Haati na a deesse mudaa namaa qadaadd...

qadoo ad.
GAO

bifa homaa makaa hinqabne; Sa'a diimaa qadootu jalaa bade.

qafee ad.
GAO

qotiisa namni qotiyyoo hinqabne nama qotiyyoo gabuuf qotee boodammoo ofiif qotatu; Narnni qafee qotu...

qajeela ma.
GAO

1. bakkatti deebi'a; Kan qajeela bade dafee hinfayyu. 2. amala godhacha; Kan qajeela didu gabaa hind...

qajeelchuu go.
GAO

1. bakkatti deebisuu; Ulee jalataa abiddatti karkarsanii itti qajeelchu. 2. karaa qabsiisuu; Horii b...

qajeelfachuu go.
GAO

1. bakkatti deebifachuu; Qaama cabe qajeelfachuu ogeessa bira deeme. 2. waa kennanii araarfachuu; Ji...

qajeeloo
GAO

"qajeeltuu" ilaalaa.

qajeeltuu ad.
GAO

1. daba tan hinqabne; Dagalee qajeeltuu murateeti gale. 2. hammeenya tan hinqabne; Mucaa qajeeltu to...

qajeeluu go.
GAO

1. bakkatti deebi'uu. 2. karaa qabachuu, deemuu. 3. amala godhachuu, leenjifamuu. 4. hammeenya dhabu...

qajjiisa ma.
GAO

rifeensa mataa yookiin gogaa horii; Horiin akka dhukkubsate qajjiisa buqqisaniiti ilaalu.

qajjisa
GAO

"qajjiisa" ilaalaa.

qakkee ma.
GAO

qufaa nama irra ture; Qufaan nama irra yoo ture qakkee ta'uu danda'a.

qal'aa ad.
GAO

1. foon dhaqnaa kan haphatu, huqqataa. 2. foyaa jirbii kan maagii irra qal'atu. 3. dhangala'aa furri...

Sponsors