qajeela ma.

GAO

Hiika

1. bakkatti deebi'a; Kan qajeela bade dafee hinfayyu. 2. amala godhacha; Kan qajeela didu gabaa hindidu. 3. karaa qabacha; Qajeela yoo tole galma tola. 4. hammeenya dhaba, qulqullina; Qajeela garaa dubbii irratti beeku.
Sponsors