qajeelfachuu go.

GAO

Hiika

1. bakkatti deebifachuu; Qaama cabe qajeelfachuu ogeessa bira deeme. 2. waa kennanii araarfachuu; Jibicha dhaabeef ayyaana qajeelfate. 3. karaa qabsiifachuu; Obseetuma gaangee qajeelfate.
Sponsors