qadaadaa.

GAO

Hiika

cufaa okolee, xuwwee, w.k.f.,,kan al tokko tok.ko bishaan, farsoo, w.k.f. ittiin dhugan. qadaada jilbaa ma. lafee xinnoo jilba irratti argamtu; Qadaanni jilbaa yoo buqqa'e deebisuun nama dhiba.
Sponsors