kan sodaatu, dabessa jagna hinta'in, kan dura dhaabbatee loluu hindandeenye. lugaaf jagna haadhuma...
lugna taasifamuu yookiin lugnu .maan namatti dhaga'amuu. lugnummaa waan nama lugnatti dhaga'amu, Mat...
1.gogaan irraa qunca'uu; Dhukkubsatee gogaan irraa luqqa'e. 2. gar-malee deeguu, hiyyoomuu; Bakka ho...
1. kan.baayee qal'ate, quncaatuu. 2. hiyyeettii lukkuun qooxii hiniyyine, homaawuu kan hinqabne; Hiy...
lafee taa'aa bitaafi mirgatti argamu; Luqqeettuun yoo nama dhukkube taa'umsi nama rakkisa.
1.bakka dhokfamee ture keessaa butanii as ifatti baafachuu; Cuuphee namatti luqqifachuu. 2. gala irr...
1. golee keessa dhokfamee, keessaa butamee bawuu; Cuupheen namatti luqqifamuu. 2. qunca'uu; gogaan i...
maraxii Jirbii, foyaa Jirbii kan guutee irraa baye; Jirbii luqqisaa afurtaman lafaa qaba.
1.gogaa, rifeensa, w.k.f. irraa kaasuu, buqqisuu; Jirbii luqqisuu; Dhukkubi gogaa nama irraa luqqisa...
rifeensa mataa lallaafu, rifeensa qiciicaa hinta'an; Rifeensa luuccaan nama hinrakkisu.