luqqa'uu go.

GAO

Hiika

1.gogaan irraa qunca'uu; Dhukkubsatee gogaan irraa luqqa'e. 2. gar-malee deeguu, hiyyoomuu; Bakka hojii hinarganne kan dhaqxuuf deegaan luqqa'uufii?
Sponsors