Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
luqqifamuu go.
luqqifamuu go.
GAO
Hiika
1. golee keessa dhokfamee, keessaa butamee bawuu; Cuupheen namatti luqqifamuu. 2. qunca'uu; gogaan irraa ka'uu; Gogaan irraa luqqifame. 3. huqqachuu, bifa gadi deebi'uu; Mucaan maalumaaf akkas luqqifame? 4.hiyyoomuu, hindaaqqoo baalleen deemtullee dhabuu.
Sponsors