Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
luqqifachuu go.
luqqifachuu go.
GAO
Hiika
1.bakka dhokfamee ture keessaa butanii as ifatti baafachuu; Cuuphee namatti luqqifachuu. 2. gala irraa kaafachuu; Boqqolloo kana luqqifadhu. 3. bifi ore kanaan dura hubame, guutee bareeduu, muuxachuu; Jireenyi itti toltee jennaan luqqifatee ka'e.
Sponsors