keessa mormaa kan yeroo nyaati yookiin dhugaatiin afaan keessaa gara garaatti darbu ol tltaaltee gad...
1. afaan keessaa gara garaatti dabasuu. 2. gadi fudhachuu; Dhoqqeen na liqimse; Bishaantu isa liqims...
1. yeroo biiftuun yookiin aduun dhiitu; Asii ganama bayee lixa biiftuu manatti gale. 2. karaa aduun ...
1. ol galuu; ol lixi. 2. deemuu; oliin lixe. 3. waan tokko keessatt1 hirmaachuu; Waldaa hinlixxuu? 4...
1. arrabaan wal tuqanii waliin ooda; Abaluufi abalu lola ture qabu. 2. wal tumiinsa, wal rukuttaa; L...
1.bishaaniin qulqulleeffachuu; Harka kee kana lollayadhu! 2. dhoqqeedhaan yookiin faltii horiitiin l...
bishaaniin dhaqna isaa qulqulleSsuu; Harka kee kana lolla'adhuutii waa nyaadhu!; Burcuqqoo lolla'ii ...