lolla'achuu.

GAO

Hiika

1.bishaaniin qulqulleeffachuu; Harka kee kana lollayadhu! 2. dhoqqeedhaan yookiin faltii horiitiin lafa haareffachµu, miidhegfachuu; Mana isaa boolaleedhaan lolla'ate.
Sponsors