Lixa biiftuu ma.

GAO

Hiika

1. yeroo biiftuun yookiin aduun dhiitu; Asii ganama bayee lixa biiftuu manatti gale. 2. karaa aduun dhiitu yookiin ija duraa dhokattu, fuullee ba'a biiftuu; Gara Lixa biiftuuttan gala.
Sponsors