lola ma.

GAO

Hiika

1. arrabaan wal tuqanii waliin ooda; Abaluufi abalu lola ture qabu. 2. wal tumiinsa, wal rukuttaa; Lola irratti walalleessan. 3. waraana; . lolli jiru wanti gabaa irraa nimi'aawa.
Sponsors