Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
laambobamuu go.
GAO

1. dhoqqeedhaan lolla'amuu, maragamuu; Manni kun dhoqqeedhaan laambobamu malee qorra galcha. 2.dhoqq...

laambobsisuu go.
GAO

akka laambobamu gochuu.

laambobuu go.
GAO

dhoqqeedhaan maraguu yookijn lolla'uu.

laamshawuu go.
GAO

dhaqni nama irratti du'uu, namaa ajajamuu diduu,laawwasaa'uu.

laamshessuu go.
GAO

akka laamshawu gochuu,laawwessuu.

laamshoo ad.
GAO

1. kan dhaqni sirriitti hinhojJenne,laawwassaa'aa. 2. humna yarii, dadhabaa; Laamshoon kun maal wayi...

laanqessaa ma.
GAO

1. hidda qunceen isaa dhoqonaawu. 2. muka qunceen irraa bawu, kan qunceen isaa dhoqonaawu.

laaqamuu go.
GAO

1. oliifi gadi marqamuu; Marqaan laaqamu malee bishaan hinfudhatu. 2."laambobamuu 2" ilaalaa.

laaqana ma.
GAO

nyaata guyyaa nyaatamu,dhiyaana.

laaqqachuu go.
GAO

1.gar malee dibachuu; Dhadhaa laaqqattee gabaa baate. 2. dhadhaa waan foolii itti baasuun yookiin  ...

laaqsisuu go.
GAO

waliin  maksiisuu.

laaquu go.
GAO

1. waliin makuu; Tolaan dhadhaa marqaan laaqu malee hinnyaatu.  2. dubbii waliin makuu; Dubbii laaq...

laastikii ma.
GAO

mi'a warshaa keessatti hojjetamu, kan yoo waan gubutti dhiyaate baqee wal keessaa yaa'u, kan miini a...

laata 1 da.go.
GAO

dhuma dubbii irratt galee dubbii sana gaaffiitti kan geeddaru; Nideemaa laata? Hindhufu laata?

laata 2 go.
GAO

1. kenna, Birrii naaf laata. 2. akka nyaatuuf waan nyaataa kenna; Buddeena naaf laata.

laaxaa ma.
GAO

falaxaa mukaa kan mana yookiin dallaa ta'u.

lab gochuu go.
GAO

bishaan qorraa baasuu, yartuu yookiin,xinnoo o'isuu; Bishaan lab naaf godhii miilan dhiiqadhaa!

laba ma.
GAO

asiifi achi adeemsa; Ganda keessa laba kee hindhiiftuu?

labbaa da.go.
GAO

irraan olee, tabba.

labduu ad.
GAO

kan gandarra joortuu.

Sponsors