Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
laambobamuu go.
laambobamuu go.
GAO
Hiika
1. dhoqqeedhaan lolla'amuu, maragamuu; Manni kun dhoqqeedhaan laambobamu malee qorra galcha. 2.dhoqqeedhaan laaqamuu; Mucaan dhoqqeedhaan laambobamee manatti gale.
Sponsors