Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
laaqqachuu go.
laaqqachuu go.
GAO
Hiika
1.gar malee dibachuu; Dhadhaa laaqqattee gabaa baate. 2. dhadhaa waan foolii itti baasuun yookiin urgooftuu wajjin makachuu; Dur dubaroon dhadhaa qurunfudiidhaan laaqqaatanii dibatu. 3. waan gadheen laambobamuu; Faltii laaqqachuun gaarii miti.
Sponsors