Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
laaquu go.
laaquu go.
GAO
Hiika
1. waliin makuu; Tolaan dhadhaa marqaan laaqu malee hinnyaatu. 2. dubbii waliin makuu; Dubbii laaquun ulEina nama dhowwa.
Sponsors