Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
kony'ee ma.
GAO

barruu harkaa yookiin ganna harkaa kan waa hammaaruuf gadi dhooqsan; Akaayii kony'ee tokko naaf hamm...

kooboo miillaa ma.
GAO

leematii Xinnoo kan akaayii yookiin qorsoo irratti nyaatan, maskobbaa, maskobbaayii.

koobuu go.
GAO

1.koobaadhaan dhibee wal'aannu. 2. gowwoomsuu.

koodama ma.
GAO

1.kootama Jaldeessaa, booyiraa; Koodammi jaldeessaa guddaadha. 2. foon morma Jalaan gadi rarra'u, ma...

koodee ad.
GAO

1.obboleessa yookiin obboleettii. 2. fira foonii yookiin fira beekumsaa; Dhiigaan walii hinfiroomnu,...

kookii ma.
GAO

1.muka  shishifii ilkaaniin irraa qorganii nyaatan, kan micireen inni irraa qorqame) diimatu. 2. mu...

koola ma.
GAO

maqaa dhaqna gamaafi gamanaa, kan sinbirreen, allaattiin, w.k.f.qilleensa keessa diriirsanii ittiin ...

kooluu 1
GAO

"koola" ilaalaa.

kooluu 2 ma.
GAO

ashkarummaa, tiksituu ta uu, ergamtuu ta'uu.

kooluu galuu. go.
GAO

namaaf ergamtuu ta'anii jiraachuu.

koomee irra of taa'uu go.
GAO

deemuuf jerjeruu, ariifachuu.

koomee ma.
GAO

ejjeta miillaa kan karaa booddee 'oolu, lulee miillaa.

koomtoo ma.
GAO

gagaa gaagura keessaa yammuu bawu nadhii  hinqabne, kan yammuu nyaatan nama gubu; Damrna koomtoo yo...

kooraa 1 ma.
GAO

1.mi'a fardaa yookiin gaangee kan teephaafi muka irraa hojJetamu, kan gilaasha itti uwwisanii ittiin...

kooraa 2 ad.
GAO

kan kooru, kan boonu.

kooraa fannisuu go.
GAO

hiyyeessa ta'uu, qabeenya dhabuu.

kooriyaa ma.
GAO

1. biyya karaa baha buftuu gama Chaayinaatiin argamu. 2.shaashii yookiin marata biyya Kooriyaatii dh...

kooruu go.
GAO

1. uumamaan waan ta'eef, fakkeenyaaf bareedinaan, waan gaari hojjechuudhaan yookiin argamsiisuu irra...

kophaa ad.
GAO

dabalata namaa yookiin waan biraa malee, qofaa, duwwaa, qeentee; Kophaa kiyya; Kana kophaan barbaada...

kophee ma.
GAO

gogaa, sharaa, laastikii irraa hojjetamee kan miilla keessa godhatanii ittiin deeman, caammaa; "Dubb...

Sponsors