kophee ma.

GAO

Hiika

gogaa, sharaa, laastikii irraa hojjetamee kan miilla keessa godhatanii ittiin deeman, caammaa; "Dubbiifi kophee abbaa irratti qoru."
Sponsors