Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
kooruu go.
kooruu go.
GAO
Hiika
1. uumamaan waan ta'eef, fakkeenyaaf bareedinaan, waan gaari hojjechuudhaan yookiin argamsiisuu irraa kan ka'e ulfina ofii akka namni namaa beekuuf of mumul'isuu; Namni qoncha dhukkuba fayyisu argamsiise kooruutu isaaf ta'a. 2. waan hinta'in ta'anii irratti mari'atee qajeelcha kennuuf, kan yaada tokko bakkaan gawuuf, w.k.f. keessatti ; Karee dhaabnee dubbii siif ilaalla.
Sponsors