kophaa ad.

GAO

Hiika

dabalata namaa yookiin waan biraa malee, qofaa, duwwaa, qeentee; Kophaa kiyya; Kana kophaan barbaada; waliin hindhufne, kopha kophaa dhufan.
Sponsors