Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
kobobichoo ma.
GAO

biyyoo walitti qlbatee goge, yoo tuqan kan battalatti hur'aawu; Kobobichoon miilla na quuqee deemsa ...

kochee ma.
GAO

foon tiruu, garaachaa, coomaa, w.k.f. irraa walitti funaanamee dhadhaadhaan nyaatamu, dulltii. 2. fo...

koddaa ma.
GAO

mi'a sibiila adii ulfna hinqabne irraa hojjetamu, kan yeroo baayee bishaan itti baadhatanii karaa de...

kofa ma.
GAO

gudeeda gidduu yookun bakka mudhii gadii, kan miilla giddu laaan oolu; "Kofa ofii abbaatu walitti qa...

kofa'uu go.
GAO

kofa gargar qabuu.

kofla
GAO

"kolfa" ilaalaa.

koflisiisuu
GAO

"kolfis1isuu" ilaalaa.

kofluu
GAO

"kolfuu" ilaalaa.

kofoo ma.
GAO

1.surree bal'aa kan harkaan dha'anii uffatan. 2. surree jabana si'anaa, bolaalee.

kokkee ma.
GAO

1.waan akka dhiitaa uumamaan monna dhiiraa jalatti dhiibamtee mul'attu, kan yeroo waa liqimsan oliif...

kokoo
GAO

"shooshoo 2" ilaalaa.

kokorii
GAO

"korkorii" ilaalaa.

kokorsuu go.
GAO

abidda irraatti waan bilcheessan panfa bishaanii keessatti waliin laaquu yookiin waliin makuu; Mooqa...

kolaa ad.
GAO

horii cinaan keessaa baye, kan dhalchuu hindandeenye. 2. cinaan horii yookiin cinaan namaa.

kolaasamuu go.
GAO

kolaan keessaa bawuu. 2.onnee dhabuu.

kolaasuu go.
GAO

1.cinaan yookiin burii horii keessaa baqaqsanii baasuu, tumuu. 2. sangoomsuu, akka hindhalchine goch...

kolbaa 1 ma.
GAO

1.gaafa horii yookiin loonii. 2. qabannoo haalbee kan gaafa horii irraa hojjetamu; Qabannoon cuuphee...

kolbaa2
GAO

"eelee" ilaalaa.

koleeraa ma.
GAO

dhukkuba nama qabnaan balaqqamsiisaafi albaatii wa4ittii hincinneen dafee nama hubu.

kolfa ma.
GAO

gocha sagaleedhaan yookiin sagalee malee ilkaan mul'isanii gammaduu yookiin dinqa agarsiisuu; "Kolfa...

Sponsors