Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
kolfa ma.
kolfa ma.
GAO
Hiika
gocha sagaleedhaan yookiin sagalee malee ilkaan mul'isanii gammaduu yookiin dinqa agarsiisuu; "Kolfaan dune jette sareen, dhadhaa eegi jennaan."
Sponsors