kolaasuu go.

GAO

Hiika

1.cinaan yookiin burii horii keessaa baqaqsanii baasuu, tumuu. 2. sangoomsuu, akka hindhalchine gochuu; Jibicha kolaasuun akka inni qonna hindadhabneef. 3.onnee dhowwuu,sodaattuu taasisuu;. Namni nikolaasame moo, homaa waa hundawoo cal jedhee dabarsaa?
Sponsors