kolbaa 1 ma.

GAO

Hiika

1.gaafa horii yookiin loonii. 2. qabannoo haalbee kan gaafa horii irraa hojjetamu; Qabannoon cuuphee kolbaadha. 3.furtuu (qulfii) yookiin aziraarii gafa horii irraa hojjetamu.
Sponsors