1. sibiila abidda keessa godhan oggaa inni hara malee o'ee diimatu waan dhibame ittiin guban. 2. aar...
1. O'inni abiddaa, aduu yookiin danfaa nafa tuquu. 2 waan gadhee arganii yookiin dhaga'anii baay'ee ...
1. o'a abiddaa, aduu yookiin danfa tuqama, gubacha 2. aarii guddaan nama qaba yookiin namatti dhaga'...
1. kan o'inni waan ta'ee hara malee tuqe, kan gubate;Ani buddeena gubataa hinnyaadhu 2. nama baay'is...
1. waan abiddi, danfi yookiin aduun guba . 2. dubartii dubbii yookiin lola guddistu. 3. tan baay'ee ...
1. gara ol'aanu, ala odoo hinta'in; Mana gubbaa koreeti ijaare. 2.iddoo ol fagaatu, baddaa; Asii sit...
gosa allaatti tan hara malee kaattu, tan lafa irra malee waaqa keessa hinkaanne, guddinaan tan hunda...
1.kan furdina yookiin dheerina qabu; Muka guddaa sana fidi. 2. kan baay'ee ta'e, Gatiin isaa guddaad...
1.lakkoofsaan baay'ee ta'uu. 2. hojjaa (dheerina) argachuu. 3. qabeenya, beekumsa yookiin taayitaa a...
jabaadhaa, dheeradhaa, ... jechuuf kan nama ulfeessan yookiin nama baay'ee ittiin eebbisan.
jabaadhu, dheeradhu yookiin qabeenya, beekumsa yookiin taayitaa argadhu jechuuf nama 'eebbisuu.