gubbaa da.go.

GAO

Hiika

1. gara ol'aanu, ala odoo hinta'in; Mana gubbaa koreeti ijaare. 2.iddoo ol fagaatu, baddaa; Asii sitti hinmuldhatuu tulluu gubbaa koriitii gamatti ilaali.
Sponsors