Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
guddaa ad.
guddaa ad.
GAO
Hiika
1.kan furdina yookiin dheerina qabu; Muka guddaa sana fidi. 2. kan baay'ee ta'e, Gatiin isaa guddaadha, danda'ee hinbitu. 3. nama beekumsaan, qabeenyaan, taayitaan yookiin umrii dheerinaan kabaja argatu.
Sponsors