gubataa

GAO

Hiika

1. kan o'inni waan ta'ee hara malee tuqe, kan gubate;Ani buddeena gubataa hinnyaadhu 2. nama baay'isee aaru. 3. nama dubbii yookiin lola guddisu.
Sponsors