Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
genjoo ma.
GAO

kan amma fedhan feelanillee hinbilchaanne. kan gorsamee yookiin abamee itti hinwayyoofne.

geyrii 1 ma.
GAO

raammoo waan lafaa qubatu nyaattu, kan midhaan ragaa jiru nyaattu.

geyrii 2 ad.
GAO

kan coraa hinqabne.

gichaa ma.
GAO

diqdiqa marga wajjin kaasanii irra dhaabbachuuf lafa dhoqqee irra kaa'an.

gichillaa ma.
GAO

bineensa daggalaa kan hara malee aarii isaatiin beekamu.

giddii dhabuu go.
GAO

yaada, barbaada yookiin badada dhabuu; Guddisa daa'imaatiif giddii dhabuun sirrii miti.

Giddii ma.
GAO

fedha, jaalala yokiin barbaada malee waa hojjecha, dirqii; Giddiitu na qabe malee hindhufuyyu.

giddiitti da.go.
GAO

feahiin, barbaadaan yookiin jaalalaan Odoo hinta'in, humnaan, dirqiitti.

giddisiisa ma.
GAO

fedha, barbaada yookiin jaalala malee waa akka hojJetu gocha.

giddisiisuu go.
GAO

fedha, barbaada yookiin jaalala malee waa hojjechiisuu; Yoo didellee akka dhufu giddisiisuu giddoo "...

giddu galeessa ad.
GAO

1. kan waa lama gidduu jiru. 2. kan guddaa yookiin xiqqaa, gabaabaa yookiin dheeraa, furdaa yookiin ...

giddu galeettii ad.
GAO

1. tan waa lama gidduu jirtu. 2. tan guddaa yookiin xiqqaa, gabaabduu yookiin dheertuu, furdoo yooki...

gidduu bawuu go.
GAO

1. waan lama Jidduu darbuu. 2. haasaa namaa keessa seenuu.

gidduu da.go.
GAO

1. waan lama wadhakkaa, jidduu;Funyaan ija lamaan gidduu jira. 2.yeroo adda addaa, tibba, samoona;Gi...

gidee ma.
GAO

yaada garaa ofii, rakkoo ofii; Gidee tiyya sitti himadheetan na Jalaa cal'istaa?

gidiiruu go.
GAO

rakkoo keessa nama seensisuu, rakkoo namatti uumuu.

gidiraa ma.
GAO

1. namatti toliisa dhaba, rakkoo. 2. waan gaarii hinta'in, hammeenya; Nama gidiraa hojjetuuf yoomuu ...

gidirama.a ad.
GAO

nama rakkoo keessa jiru, rakkataa. 2. nama waan hamaa namatti hojjetu yookiin namatti yaadu.

gidiramtuu ad.
GAO

1. dubartii rakkoo keessa jirtu, rakkattuu. 2. dubartii hamaa namatti hojjettu yookiin yaaddu.

gidiramuu go.
GAO

rakkoon nama argachuu, rakkachuu.

Sponsors