gidduu da.go.

GAO

Hiika

1. waan lama wadhakkaa, jidduu;Funyaan ija lamaan gidduu jira. 2.yeroo adda addaa, tibba, samoona;Gidduu kana nan dhufaa na eegi. 3. keessa waayee yookiin haasaa namaa; Dhirsaafi niitii gidduu seenuu hinbarbachisu.
Sponsors