giddu galeettii ad.

GAO

Hiika

1. tan waa lama gidduu jirtu. 2. tan guddaa yookiin xiqqaa, gabaabduu yookiin dheertuu, furdoo yookiin qal'oo hinta'in. 3. dubartii namoota lamaaf firooma qixxee qabdu.
Sponsors