Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
giddu galeessa ad.
giddu galeessa ad.
GAO
Hiika
1. kan waa lama gidduu jiru. 2. kan guddaa yookiin xiqqaa, gabaabaa yookiin dheeraa, furdaa yookiin qal'aa hinta'in; Manni inni ijaarrate guddaas xiqqaas miti giddu galeessa. 3. nama namoota lamaaf firooma qixxee qabu; Ati haadha keefi abbaa keef giddu galeessaa sossobii araarsi.
Sponsors