bakka waan tokko irra ijaajju yookiin raawatu. 2. waan irratti walii galan yookiin walii galtee; Dka...
dhaabbii toluu, bareeduu. 2. beellama yookiin qaxaroo qabaachuu; Galgala mana dhufuuf dhaaba qabatee...
1.hundeen lafa keessa awwaalamuu. 2. bakka tokko iJaajjuu; As dhaabamnee oolle. 3. abidda irra qodaa...
1. ulee keessumattuu kan namooni dullooman qabatanii deeman. 2. nama akka dhaabataa ta'ee isa dulloo...
1.waan ta'e tokko dhimma ofiitiif dhaabuu. 2. akka waanti barbaadan namaa qajeeluuf jecha, waan adda...
lafaa ol ka'anii ijaajjuu;Hinciisanii ka'I dhaabbadhu. 2. utuu deemaa jiranii gidduutti deemsa dhaab...
1.akka ijaajju gochuu. 2.buna danfisuu; Keessummaaf buna dhaabi. 3. biqiltuu adda addaa yookiin muka...
jagnummaa ofii mul'isuuf Jecha asiifi achi wawarraaqanii geeraruu; Otuu onnee hinqabaatin dhaadachuu...