Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dhaabamuu go.
dhaabamuu go.
GAO
Hiika
1.hundeen lafa keessa awwaalamuu. 2. bakka tokko iJaajjuu; As dhaabamnee oolle. 3. abidda irra qodaan waa itti bilcheeffatan kaawwamuu; Xuwween erga dhaabamee booda dhufte.
Sponsors