Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dhaabbachuu 1 go.
dhaabbachuu 1 go.
GAO
Hiika
1.waan ta'e tokko dhimma ofiitiif dhaabuu. 2. akka waanti barbaadan namaa qajeeluuf jecha, waan adda addaa qabatanii dhiyaachuu yookiin maqaa waan itti sagadaniitiin dhaabbatanii kadhachuu; Dubartoonni (dur) ateetee dhaabbatanii ayyaana kadhatu.
Sponsors