Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
226 Jechoota
X,x
GAO

qubee Oromoo kan tarree digdamii afraffaa irratti argamu.

Xa'omsiisuu go.
GAO

akka xaa'omu gochuu.

xaa jechuu go.
GAO

tasa dhowuu yookiin baqaquu.

xaa'omsuu go.
GAO

waan akka dikee yookiin dhoqqee itti gatanii yookiin yeroo gabaabaaf qonnaa dhiisanii lafti akka gab...

xaa'omuu go.
GAO

lafti gabbachuu, kan qotanii yoo midhaan facaasan midhaan tolchuuf ta'u; Lafti xaa'omu malee midhaan...

xaa'oo baafachuuu go.
GAO

lafa kosii taasifachuu, gabbifachuu.

xaa'ooo ma.
GAO

1. waan lafa gabbisu, koaii yookiin dikee. 2. lafa bajjii bayee bara baraan qotamu.

xaabiyaa ma.
GAO

iddoo biiroon poolisii itti argamu, bakkee namni yakka hojjete itti yakkamee yeroo xiqqoofis itti hi...

xaafii ma.
GAO

midhaan ija shishifii kan uumamni ishee hamma tuqaa limmoo geessu, tan fireen ishee diimaa yookiin a...

xaaqa
GAO

"cuupha" ilaalaa.

xaaqaa ma.
GAO

uffata hinhodhamin kan warshallee keessaa akka bayeen jiru; xaaqaan tokko meetira digdamii torba ta'...

xaara ma.
GAO

jiruufi jireenya ofii fooyyeffachuuf dhama'anii hojjetan, dhama'a; Xaara guddaa booddeen qabeenya ka...

xaaraa ma.
GAO

akka xaaru gocha, dhamaasa.

xaarauu go.
GAO

akka xaaru, akka dhama'u gochuu,dhamaasuu.

xaarbibee 1 ma.
GAO

iddoo wanti tokko irratti naannawu.

xaarbibee 2 ad.
GAO

fiixee wayii kan muxxee ta'e kan qarame.

xaarii ma.
GAO

hojii boqonnaa malee asiifi achi kaatanii yeroo dheeraaf hojjetan, ifaajee, dadhabbii,bu'aa ba'ii.

xaarmushii
GAO

"xaarmusii" ilaalaa.

xaarmusii ma.
GAO

mi'a birciqqoo irraa qophaawu kan yeroo baay'ee araqee yookiin alkoolii adda addaa itti naqan.

xaarrachuu go.
GAO

bultii ofii guddifachuuf dhama'achuu,waa argachuuf asiifi achi kaachuu.

Sponsors