1. mi'a mutaa fakkaatu, kan teepha yookiin mi'a fardaa ittiin hodhan, uraa; Waraantoo ergifateeti te...
1. waan fiixeen qaraatiin qaawwa itti baasuu, uruu; Kuruphee eeboodhaan waraane. 2. lola itti kaasuu...
mi'a qoree (qoraattii) ittiin baafatan, kan sibiila irraa qophaawu; Qoree hagamsaa waraanxoo malee q...
sagalee ol kaasanii dhageessisa, iyya, wareera; Beerri waanuma xiqqaaf warakkaba guddisti.
1. waan haphii, diriiraa, bifa adii, kan qalamaan yookiin irsaasiin irratti barreessan, caafan yooki...
qabeenya fira firanii dabarfacha yookiin fudhacha, dhaala; Warasatu isa sooromse. 2. samama; Warasa ...
1. qabeenyi nama irraa fudhatamuu; Lafaafi manatu jalaa warasame. 2. dhuunfatamuu, abbaa biraatti da...
irraa fudhachuu, saamuu; Seera malee horii irraa warasuun wanjala. 2. ofitti fudhachuu, dhuunfachuu,...
1 . waadaa galiisa. 2. kan waadaa seenaniif waan kennamu; Ayyaana abbaatiif wareega galchite: 3. k...