Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
warasuu go.
warasuu go.
GAO
Hiika
irraa fudhachuu, saamuu; Seera malee horii irraa warasuun wanjala. 2. ofitti fudhachuu, dhuunfachuu, dhaaluu; Obboleessi duunaan niitii warasuun seera Oromoo ture.
Sponsors