Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
316 Jechoota
tamirii ma.
GAO

nyaata bifti isaa diimaa haphee mukaa fakkaatu,kan yammuu nyaatan mi'aan isaa gara dammaatti, gaalch...

tamsa'aa ad.
GAO

kan tamsa'e, kan bakka bakkatti faca'e yookiin raabsame.

Tamsa'uu go.
GAO

gargar bawuu yookiin bakka bakkatti faffaca'uu; Obbolaan koo biyya Diyyatti tamsa'anii jiru, Yaadatu...

tamsaasuu go.
GAO

akka tamsa'u gochuu, faffacaasuu.

tana ma. dha.
GAO

waan dhiyoo jiru kan ittiin agarsiisan (nadheeniif yookiin tuffiif).

tapha ma.
GAO

oduu nama hinmukeessine (hinmuusessineJ, kan nama gammachiisuufi ltofalchiisu; Nama tapha beeku b1ra...

taphacha ma.
GAO

waan nama gammachiisu haasa'a, tapha agarsiisa yookiin adeemsisa.

taphachiisuu go.
GAO

1 . akka hinmukoofneef (hinmuusofneeef) nama dudubbachiisuu. 2. gareen ispoortii lamaan akka waliin ...

taphachuu go.
GAO

haasa'uu. 2. tapha (ispoortii) agarsiisuu.

taphataa ad.
GAO

nama taphaan beekame; Taphataan hinjaallatama.

taphattuu ad.
GAO

nama taphaan beekamtu; Namni taphattuun namatti tolti.

tara taraa da. go.
GAO

waldaa, duuba, dabaree dabaree; Tara taraan ol galaa.

taraa da.go.
GAO

wal duraa duuba yeroo waan tokko itti hojjetan, tartiiba, dabaree; Taraan bishaan waraabbadhu na gay...

taraara ma.
GAO

lafa baqaqsa.

taraarachuu go.
GAO

bajjii baqaqfachuu, qotachuu. 2. karaa yookiin toora hojii baafachuu.

taraaramuu go.
GAO

sararamuu, baqaqfamuu; Bajjiin dura taraataramu malee hinqotamu; Nafti isaa qoreedhaan taraaramee dh...

taraarsisuu go.
GAO

akka taraaru gochuu.

taraaruu go.
GAO

1. lafa bajjii baqaquu. karaa yookiin tilmaama hojii baasuu.

taraassuu go.
GAO

addaan kutuu, baqaqsuu; Hukti baaqqee na irratti tarsaase.

taratii ma.
GAO

oduu durii; Mee taratii nutti himi.

Sponsors