Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
292 Jechoota
laddaya ma.
GAO

nafa namaa isa luqqeettuu olitti argamu.

ladii ma.
GAO

gosa mukaa.

laf jala
GAO

"lafa Jala" ilaalaa.

laf jalee ma.
GAO

1."lafa Jala" ilaalaa. 2.sirba cidha fuudha fi heeruma kan torban lamaan dura Jalqabamu, Jala bultii...

lafa baasuu go.
GAO

1.lafti akka midhaan bayeessa godhee marguuf jecha yeroodhaaf qotuu dhiisuu; Lafa borqii yoo lafa ba...

lafa buusuu go
GAO

1.akka bakka turaa gadi dhiisanii lafatti kuffisuu; Birrii kee lata buuste. 2. jaalala, ilaallii, w....

lafa duwwaa da. go.
GAO

1.bakka waa hinjirre; Utuun adeemuun lafa duwwaatti dhufe. 2. sababa malee; Maaliif lafa duwwaatti d...

lafa galuu go.
GAO

1.konkolaataa, gaangee, w.k.f utuu hinyaabba in miillaan iddoo tokkoo kaa'anii gara manaatti deemuu....

lafa garaa ma.
GAO

bakka yaadan yookiin fedha ofii; Lafa garaa keetiin si baagawu!

lafa garaan jiru da go.
GAO

bakka yaadni jiru; "Lafa garaan jiru miilli nama geessa."

lafa gochuu go.
GAO

1.. waan baatan lafa kaa'uu; Ba'aa kana lafa godhi 2. utuu ciniinsuun itti hinjabaatin dafanii dawuu...

lafa hankaaksuu go.
GAO

1. lafa hanqisuu. 2. waaqa irratti qolachuu; Akka ani sitti darbadheen lafa hankaaksii qabii! 3.koor...

lafa hankaakuu go.
GAO

1.lafa hanqachuu, qilleensa irra ta'uu, utuu garri milllaa lafa hintuqin hafuu; Lata hankaakee tanni...

lafa irra harkisuu go.
GAO

1.  lafa irra gototuu; 0l fuudhii baadhu, maaliif lafa irra harkiftaa? 2.akka dafee hintaaneef yook...

lafa irra kaachisuu go.
GAO

lafa irra akka fiigu gochuu. 2.  garmalee mudduu, ariifachlisuu, jarjarsuu; Qorumsi mana barumsaa n...

lafa itti dhiphisuu go.
GAO

1. akka bakki yookiin iddoon hingeeny gochuu; As ijaajjitee lafa nutti hindhiphisinii gadi bayi! 2. ...

lafa jala da.go.
GAO

1.keessa lafaa; Lafa jala dhagaan Jira. 2. yeroo itti waa gochuuf jiran yookiin yeroo waan tokko ta'...

lafa ma.
GAO

1.bakka uumamni akka namaa irra jiraachuu danda'u, kan biqiltuun irraa margu, kan bishaan irra yaa'u...

lafaa dhufa ma.
GAO

dargaggummaa, dhiyoo ka'eenya;Lafaa dhufa jirta, nafaan cufa. jirta, maaliif dadhabe jetta?

Lafaa qabaachuu go.
GAO

1.qophee taasifachuu yookiin qophaayee dhimma itti bawuuf lafa jiraachuu; Birrii meeqa lafaa qabda?

Sponsors