1. dhoqqeedhaan lolla'amuu, maragamuu; Manni kun dhoqqeedhaan laambobamu malee qorra galcha. 2.dhoqq...
1. kan dhaqni sirriitti hinhojJenne,laawwassaa'aa. 2. humna yarii, dadhabaa; Laamshoon kun maal wayi...
1. hidda qunceen isaa dhoqonaawu. 2. muka qunceen irraa bawu, kan qunceen isaa dhoqonaawu.
1. oliifi gadi marqamuu; Marqaan laaqamu malee bishaan hinfudhatu. 2."laambobamuu 2" ilaalaa.
1.gar malee dibachuu; Dhadhaa laaqqattee gabaa baate. 2. dhadhaa waan foolii itti baasuun yookiin ...
1. waliin makuu; Tolaan dhadhaa marqaan laaqu malee hinnyaatu. 2. dubbii waliin makuu; Dubbii laaq...
mi'a warshaa keessatti hojjetamu, kan yoo waan gubutti dhiyaate baqee wal keessaa yaa'u, kan miini a...
dhuma dubbii irratt galee dubbii sana gaaffiitti kan geeddaru; Nideemaa laata? Hindhufu laata?
1. kenna, Birrii naaf laata. 2. akka nyaatuuf waan nyaataa kenna; Buddeena naaf laata.
bishaan qorraa baasuu, yartuu yookiin,xinnoo o'isuu; Bishaan lab naaf godhii miilan dhiiqadhaa!